Joshua 1:11 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Olla keesa yaa, biyyaani, woreega tolfad'a jed'aani; wonti akanatiifi eegi guyya sadi galaana Yordani taakitani lafa AABBO Waaqi isanii kennu fud'attani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Addee quttumaa dhaqa'aatii kolba'aan, ‹Guyyaa sad keessatti laga Yordaanosii buutanee, lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isiniif kennu dhaxxanee akka dhaaltanu, galaa keessan qopheeffadha'a!› jedha'aan» jedhee isaan ajaje.