Joshua 1:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Musa ch'aqamne sille ch'aqamna: AABBO Waaqi, akuma Musa wahelche sillee wahelchina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma waa maraanuu Muuse'ee ajajamne, siillee akkasuma hin ajajamnaa; garuu Rabbi Waandhi Muusee woliin ture sun akkasuma si woliinillee haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma yennaa mara Muuse'eef ajajanne, si'iifille hin ajajanna; Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti callaan akkuma Muusee woliin jiraate, si wolille'een jiraatuu ti.