Joshua 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri lafa teesani haga lafa aloo gara bitaati eje, lafa gareeni ta Lebanoni mirgati eja; haga galaana Frati, gara ila boru, lafa gosa Hiti, haga Baariini Gudda gara ilaaduti eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Libaanosii kana irraa jalqabdanii haga lafa gammoojji'ii laga guddaa Efraaxisii lafti Keexotaa maruu haga dhiyaa, haga galaana gudda'aatitti daangaa keessan ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan keessan lafa goomolee kibbaatii ka'ee haga gaara Libaanonii ka kaabaa, laga guddaa Efraaxiisiitii ka'ee, lafa Heetotaa duudii qabatee haga Abbaayaa Mediteraaniya'aa gara aduun seentuu hin te'a.