Joshua 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaafini garaa jabaad'i wonti akanatiifi siti worra kana dura deeme, lafa duri anini ababoota isaani inkennaafi jed'e kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa abboota keessanii hin kenna jedhee isaanii kakadhe banii kana waan dhaalchiftuuf cimi; guddisii jabaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa ani isaaniif kenniisaaf abbootii isaaniitiif waadaa gale, akka dhaalanuuf, sooressa kolbaa tanaa waan teetuuf, jabaadhuu, jajjabaadhu.