Joshua 1:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma ilaafini, aka dansa garaa jabaad'i, Seera hojattuuni tiyya Musani sii kenne ch'ufa guuti. Seera suni diqole iraa ingorini, aka wonti atini tolchu feetu ch'ufti sii guutamtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera garbichi kiyya Muuseen si ajaje maraa eegii raawwadhu. Karaa deemtu marattuu akka sii qajeelu seera kana irraa bita'aa fi mirga hin jedhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atummaan jabaadhuu, jajjabaadhu! Seera Muuseen tajaajilaan kiyya si ajaje duudi'iif ajajamuu keeti mirkaneeffadhu. Addee dhaxxu maratti wonni marti qajeelaan akka sii teetu Seera kana irraa gara middaatitti yookiin gara bita'aatitti hin gorin.