Joshua 10:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan Yoshuani jed'ani, Hayyooti shanani taani ya mullate goda toko ka makeda keesati d'okhachuti jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasu'utti mootonni shananuu goda Maqeeda'aatitti dhokataniiran jedhanii himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototi Shanan tun goda Maqeda'aa keessatti akka dhokataneeranu Iyaasu'utti himame.