Joshua 10:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoshuani waan jed'e, D'akhaye gugurdo afaani goda suniti gangalcha. Nama eegule iti tolcha;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunillee akkana jedhee isaan ajaje «Afaan godaatitti dhagaa gugurdaa gangalcha'aatii namoota eegan itti godhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun, «Dhakaa gugurdaa afaan godaatitti gangalcha'aatii, namoota eeganu itti godha'a.