Joshua 10:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo isani artiti inhafina, nyaapa keesani dudda duubani reeba had'a; dira isaani seenu d'owa. AABBO Waaqi keesani yayu worra harka keesaniti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin garuu achi hin turinaa'a, diintota keessanillee ari'aa'a, worra duubaan jiranillee ajjeesaa'a; Rabbi Waandhi keessan dabarsee waan isinii kenneeruuf gara qachoota ufii deebi'anii akka hin galle dhooggaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo achi hin turina'a. Diinota keessan ari'aatii duubaan isaan lola'a; Goottaan Waaqi keessan injifachaa waan isinii kenneeruuf, akka isaan qachoota ifiititti seenanu hin godhina'a» jedheen.