Joshua 10:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yerusalemu akasi d'ageennaani guddo sodaate; wonti akanatiifi diri Gibeoni haga dira hayyu qabu ka taatefu gudda. Inni dira Ai ira jira, ammalle worri isaaleeni worra jajaba, waan lola guddo beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qachattiin Gabaa'oonii qachoota moototaa keessaa qachaa guddoo Gaayiin caalte waan taateef namoonni isi'ii maruu jajjabaa waan ta'aniif guddisee isaan sodaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qachaan Giibe'onii akkuma qachoota moototaan bulanuu, qachaa gudda'aa fi qachaa Aayi caalaa guddaa, loltootille jajjaboo waan te'aneef, Adoonii-Zedeqii fi namooti isaa guddoo sodaatane.