Joshua 10:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshuafi worri Israeli nyaapa suni ituma kaani hobaasani daara baasani ammo hataatuti, worri ka gari baqate dira seene achiti lubbu bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunii fi ijoolleen Israa'elii akka malee dhayaanii haga isaan balleessaniin maayessa worri isaan jalaa miliqan gara qachaa dallawamtee seenan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasu'uu fi Israa'elooti diinota ifii ijjeesane; worri gariin callaan qachaa ifii ka dalleenni itti ijaarame seenee hafe.