Joshua 10:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoshuani waan jed'e goda suni d'akha afaani iraa gangalcha, hayyoota shanani suni natiini koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Iyyaasuunillee, «Balbala godaa bana'aatii mootota shanan sanniin gad baasa'aatii natti fidaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Iyaasuun, «Afaan godaa bana'aatii mootota shanan san achi keessaa gad baasa'aatii natti fida'a» jedhe.