Joshua 10:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jara isaatini jed'e, Insodaatiina, garaa ilaafina: ammo garaa jabaad'a, wonti akanatiifi AABBO Waaqi akanuma nyaapa keesani ch'ufa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun worra ufiitiin, Rabbi diintota isin loltaniin maraa akkasuma waan godhuuf hin sodaatinaa'a, hin nayinaa'a, jabaadhaa'a, dhaabadhaa'a isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuulle ajajjuu woraana ifiitiin, «Diinota keessan worra isin lolu'uuf jirtanu duudii Waaqi akkasuma waan godhuuf hin sodaatina'a; hin nayina'a, jabaadha'a jajjabaadha'a» jedheen.