Joshua 10:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aduuni d'iinaani Yoshuani biyyaani reefa worra guura jed'e, duuba reefa suni gadi buusani, goda worri qara keesati d'okhate kaani keesa jissani d'akhaye gugurdo afaani goda suniti gagalchani; d'akhayeeni sunini haga arrale achuma jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga aduun dhiite Iyyaasuun isaan ajanyaan muka irraa buusanii goduma qara isaan itti dhokatanitti reeffa isaanii gatanii dhagaa guddaa fuudhanii afaan boollaa kaayan; dhagaan sun haga adhaa afaan boollaa irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aduun seenaartuun Iyaasuun reeffi mootota sanii mukoota itti fannifame irraa akka gad buufamuu fi goda isaan dur dhokatanee turanetti akka gatamu ajaje. Isaan dhakoota gugurdaa afaan godaa irra keyane; dhakooti sun haga adhaa achi jiran.