Joshua 10:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Adon-Zedekini hayyuuni Yerusalemu d'aamsa kana Hohamu hayyu Hebronitifi Piramu, hayyu Yarmuthifiti Yafia, hayyu Lakishitifi Debiri, hayyu Egloniti erge waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootiin Yerusaalemii Adoonitsedeq gara mootii biyya Keebroonii, Hoohamii, gara mootii biyya Riimuutii, Phiri'aamii, gara mootii biyya Kiiso'oo Yaafi'a'aa, Adoolaamiitii fi gara mootii Daabeerii erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Adoonii-Zedeq mootiin Yersaalemii, gara Hohaamii mootii Kebroonii, Fiiraamii mootii Yarmuutii, Yaafii'aa mootii Laakiishii, Deebirii mootii Egaloonii ergee,