Joshua 10:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Lakishi guyya lameeso harka worra Israeliti kenne. Akuma Libna tolche nama tokole illakimne, nama dira keesa jiru ch'ufa fit'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Lakisoo harka isaaniititti dabarsee kenne; isaanillee guyyaa lammeesso'ootitti isii qabatan; waanuma Liibinaa irratti godhan isi'ii fi waan isii keessa jiru maraa guraade'een fixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lolli jalqabee guyyaa lammeesso'ootitti Waaqi qachaa Laakiishii harka Israa'elootaatitti dabarsee kenne; isaan akkuma qachaa Liibna'aa godhane, namoota qachaa Laakiishii keessa jiranu duudii shallaaga'aan ijjeesane.