Joshua 10:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni Gezeri, ka Haramu jed'ani dira Lakishi qarqaaru d'ufe, ammo Yoshuani isaafi worra isaa tokole inhambimne, ch'ufa fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mootiin Geezeerii Hooraam Lakiisoon gargaaru'uuf baye; garuu Iyyaasuun eennullee uduu hin hafne isaa fi banii isaa maraa dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san Horaam mootiin Gezerii, kolbaa Laakiishi qarqaariisaaf dhufe; Iyaasuun ammoo Horaamii fi loltoota isaa injifate. Isaan keessaa nami tokkolle hin hanne.