Joshua 10:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guyyuma suni worra dabsate, nama ch'ufa fit'e, akuma qara worra Lakishi tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyama san qabanii guraade'een dhayan; akkuma Lakisoon godhan mara worra isii keessa jiraatan maraa guyyama san isaan maraa ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gaafasuma qachaa san qabatanee, akkuma qachaa Laakiishii godhane namoota qachaa san keessa jiranu duudii ijjeesane.