Joshua 10:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dabsate. Hayyufi nama dira suni keesa jiruufi ka d'aatu jirule ch'ufa fit'ani. Yoshuani dira suni, akuma qara dira Egloni tolche nama tokole bau d'owe fit'e, dirale balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isi'ii fi mootota isi'ii, qachoota isi'ii maraa, worra isii keessa jiraatan maraa guraade'een dhayan; akkuma Adoolaamiin godhan isaan keessaallee eennuunillee hin hambifne; isi'ii fi worra isii keessa jiraatan maraa sirima balleessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qachaa Kebrooniitii fi olloota qachaa sanii qabatanee, mootichaa fi namoota mara shallaaga'aan ijjeesane; akkuma qachaa Egloonii godhane qachaa Kebrooniille balleessanee, nami tokkolle hin hanne.