Joshua 10:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dira sunifi hayyu isaatiifi dira d'aatu suni jiru ch'ufa qabe, nama keesa jiru ch'ufa fit'e. Akuma inni Hebronifi Libnafi hayyu isaa tolche, akasuma Debrifi hayyu isaale tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isi'ii fi mootota isi'ii, qachoota isi'ii qabatanii guraade'een dhayan. Waan isii keessa jiru maraa sirima balleessan; womaa hin hambifne; akkuma Keebrooniin, Libina'aa fi mootii isi'iillee godhan, akkasuma Daabeerii fi mootii isi'ii irrattillee godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qachaa san, mootii qachaa saniitii fi ollaa cinaa qachaa sanii duudii qabatanee, namoota qachaa san keessaa mara balleessane; nami tokkolle hin hanne. Akkuma Kebroon, Liibna'aa fi mootii isi'ii godhane, Deebirii fi mootii isi'iille akkasuma godhane.