Joshua 10:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota na qarqaara, Gibeoni haana, waan worri Gibeoni Yoshuafi worra Israeli nagaya woliini tolfatanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kootta'aatii Gabaa'oon waan Iyyaasu'uu fi ijoollee Israa'elii woliin wolii galaniiraniif isaaniin lollaa na gargaaraa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri Giibe'onii, Iyaasu'uu fi kolbaa Israa'elii woliin le'iisaaf waan wol gondooreef, kowa'a qachaa kana loliisa na qarqaara'a» jedhe.