Joshua 10:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Gibeoni qonqo Yoshua, ka Gilgali jiruti erge waan jed'eeni, Aabbo nu illakisini, kooti hurrisi nu qarqaari, nu baasi! Hayyooti Amori ch'ufti ta lafa gaareeni, yayu goli wolii baate nu haate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Gabaa'ooniillee gara Gelgelaa Iyyaasuun itti quphateeruu erganii, «Nu garboota tee gargaaru'uuf harka kee nu irraa hin deebisin; mootonni worra Amoorotaa ka biyya gaaraa jiraatan maruu nu marsaniiranii daddafii gara keenna koottuu nu gargaarii nu hambis!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Giibe'onii gara Iyaasuu addee Giilgal jedhantutti qubateeruu ergatanee, «Moototi Amoorotaa worri biyya koobittii keessa le'u duudiin, nu loliisaaf waan wolitti qabamaneeranuuf, goottaa keenna nutti hin daaw'atin; dafii koyii nu qarqaar; nu hamburi» jedhane.