Joshua 10:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, Worra diqole insodaatiina. Anini worra yayu harka keetiti kenne worri tokoleeni ka si dura eju injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Iyyaasu'uun «Isaan harka keetitti dabarsee sii kenneeraa isaan hin sodaatin, isaan keessaa namni tokkollee ka si danda'u hin jiru» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Iyaasu'uun, «Ani injifachaa waan sii kenneeruuf isaan hin sodaatin; isaan keessaa nami tokkolle si dura dhaabbatuu hin dande'u» jedhe.