Joshua 11:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yabini, hayyu Hazori, dubbi tana d'ageennaani qonqo gara hayyoota Shimronitifi Akashafu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Aasoorii Iyyaabiis haga waan kana dhagaye, gara mootii Maadoonii, gara mootii Yoobaabii, gara mootii shimroonii, gara mootii Asifiimii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaabiin mootiin Hazoorii kolbaan Israa'elii akka injifatte yennaa dhage'e, gara Yobaabii mootii Maadonii, gara mootota Shimrooniitii fi Akshaafii,