Joshua 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani dira kana ch'ufafi hayyoota isaanile qaqabe fit'e, akuma hojattuuni AABBO Waaqa Musani isaani jed'e kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma garbichi Rabbii Muuseen Iyyaasuu ajaje qachoota mootota kanniinii mara, mootota isaanii maraa qabatee guraade'een isaan dhayee sirima isaan balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Muuseen tajaajilaan Waaqaa ajaje, Iyaasuun qachoota sanii fi mootota qachaa sanii duudii qabatee, namoota duudii shallaaga'aan ijjumaa balleesse.