Joshua 11:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Israeli miha dadansafi hori dira suni keesa jiru ch'ufa boojie. Ammo nama tokole inhambimne, ch'ufa hobaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii horii qachoota kanniin keessa jiru maraa hin booji'an; namoota maraa dhayanii guraade'een fixan; waan lubbuu qabu maraa womaa hin hambifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti waan bu'aa qabu duudi'ii fi horii qachaa san keessaa duudii fudhatanee ka ifii godhatane. Namoota qachaa san keessa jiranu duudii ammoo shallaaga'aan ijjeesane; nami tokkolle hin hanne.