Joshua 11:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti inni fud'ate sunini haga gama Halaki ka bitaa d'aatu Edomuti ejite, haga Baal-Gadi ta mirga bale Lebanoni ta gaara Hermonitini bitaati ejiti. Yoshuani haga guyya heddu hayyoota lafa sunitini wolhad'ani, ammo inni worra ch'ufa dabsate hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga gaara Seeyirii irraa ka'uu gaara Ermooniitii gadii jalqabee haga dhooqa Libaanosiin keessa jiruu mootota haga Algaadii jiran maraa dhayee isaan fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun gaara Halaakii ka gara Se'iirii ol ka'u irraa haga Ba'aal-Gaadii gaara Hermooniitiin jala, dhooqa Libaanonii keessaa qabatee, mootota isaanii duudii shallaaga'aan ijjeese.