Joshua 11:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qonqo gara worra Kanaanile, ka galaana Yordani gama lachu tau, gara worra Amori, worra Hiti, worra Perezi, worra Yebusi, ka lafa gaareeni taule, ammalle worra Hivi, ka gaara Hermoni jala, lafa Mispa keesa taule, erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara baya biiftu'uutii fi gara dhiyaatiin jiruu gara Kana'aanotaa, Amoorotaa, Keexotaa, Feerzotaa, Iyyaabusootaatii fi gara gadiitiin Eewwota gara Mitsipha'aatitti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma gara Kana'aanota baya adu'uutii fi seensa adu'uu jiranuu, gara Amoorotaa, gara Hiiwotaa, gara Pheriizotaa, gara Yibusootaatii fi Hiiwota worra biyya Miisphaa keessa kooba Hermoon jala jiranuu dhaansa erge.