Joshua 11:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri suni askarti ufi ch'ufa woliini lola gabahe, askarti heddu muumme inqamne, ta aka maansa afaani baariini jirtu ta fardooleefi gaarille qabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu loltoota ufii baay'ee guddaa, worra fardaatii fi worra konkolaataa fardaa woliin bayan; laakkobsi banii bayeellee akka xidhacha daangaa galaanaa baay'ata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan loltoota ifii worra akka maansa irga abbaaya'aa hedduu, fardo'oo fi garreettaa fardo'oon harkifamu hedduu woliin dhufane.