Joshua 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi harka worra Israeliti worra kenne; worri Israeli worra reebe haga mirga Mersefoth-Maimufi Sidoni had'e, ammalle haga bale Mispa ilaboru, gusse ch'ufa hobaase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee harka Israa'eliititti dabarsee isaan kenne; isaanillee isaan dhayanii Siidoonaa gudditti'ii haga Maaseroonii baya biiftu'uutiin jirtu haga gara dhooqa Mitsipha'aa isaan ari'anii eennuunillee uduu hin hambisin isaan fixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqille harka Israa'elootaatitti dabarsee isaan kenne. Israa'elooti isaan lolanee haga Sidoonii gudditti'ii, haga Misrefot-Maayimii, karaa aduun baatu haga dhooqa Miispha'aa ari'ane. Nyaapha isaanii keessaa nami tokkolle adoo hin hafin fixane.