Joshua 12:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli yayu qara lafa Yordanini ilaboru, ta haga bale Arnoniti ejite bale Yordanitifi haga gaara Hermoni gara mirgati ejitu dabsate fud'ate keesa qubate. Worri hayyoota lama dabsate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi ijoolleen Israa'elii dhoofte dhooqa Aarnooniitii jalqabee haga gaara Armooni'eemii, Araba gara baya biiftu'uutiin jirtu, biyya laga Yoordaanosiitiin gama gara baya biiftu'uutii jiru, mootonni isaan dhaalan kanniin fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Yordaanosii irraa gara aduun baatu, dhooqa Aaroniitii haga gaara Hermoonii, dhooqa laga Yordaanosii irraa gara aduun baatu duudii moototi Israa'elooti injifatte isaan kana: