Joshua 12:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hayyu Ogulle, ka dira Bashani, ka worra Refeni ka hafe keesaa d'alatele, dabsate: inni dira Ashtarothifi Edari keesa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ka gosa Raaffaayimii irraa hafe mootii Baasaanii ka Aagii biyya Astirootiitii fi Eediraayii keessa jiraata'aa tureeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma worra Refaa'otaa keessaa ka hafe Oogii mootii Baashaanii, qachaa Ashitaarotiitii fi Edraayin keessa le'ee ka bulche.