Joshua 12:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti inni fide gaara Hermonifi Saleka, lafa Bashani, haga seera Geshurifi Maaka, ammalle lafa Gileadi gama toko, haga lafa Heshboni, ta hayyu Sioni fiduti ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaara Armooni'eemii Saalkaan, Baasaanii haga Geeshurootaa haga daangaa Maayikatootaa mara, wodhakkaa Gala'aadiitii haga mootii Haseboonii, haga daangaa Seewoonii ka mootiin Aagii bulcha'aa tureeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lattii mootummaa isaa gaara Hermoonii, Saalkaanii, lafa Baashaanii duudii irraa haga meessaa Geshuurotaatii fi Ma'akaatotaa, wodhakkaa Giil'aadiitii haga meessaa Sihoonii mootii Heshiboonii ti.