Joshua 13:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle lafti tunini ch'ufti lafa Gileaditifi, arda Geshuritifi lafa Maakatifi gaara Hermoni ch'ufafi lafa Bashanile ch'ufa, haga Seleka lafa worraa keesa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gala'aadiin, Geeshurootaa fi haga daangaa Maayikootaa mara, Gaara Armooni'eemii baasanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giil'aad irraa haga meessaa worra Geshuurotaatii fi Ma'akaatotaa, gaara Hermoonii duudii, Baashaan irraa haga Salekaahii,