Joshua 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti tunilleeni lafa Oguni ka worra Refai keesaa inni ch'allaani hafe, ka duri Ashtarothifi Edrai keesa lafa fide, lafa worra keesa jirti. Musani duri worra lafa tana keesa tau dabsate keesaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga Saalka'aa jiru mootii Astaroona'aa ka Edraayitti mooye, mootii Aagii mara inni ka Raaffaayimiin irraa hafe, kunniin ka Muuseen ari'ee isaan yaasee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa mootummaa Oogii mootii Baashaanii, ka baraaree worra Refaa'otaa, qachaa Ashitaarotiitii fi Edraayii keessa le'ee bulchaa turelle dabalatti. Muuseen worra kana duudii injifatee lafa isaanii keessaa isaan baase.