Joshua 13:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bale Yordani keesale lafti worraa Beth-Haramufa Beth-Nimirafa, Sukothifa, Safonifa. Lafti tunini ch'ufti lafa haga toko ta hayyuuni Heshboni mohate. Seeri worra ka ila adu galaana Yordaniti eje haga galaana Galilaya mirgati eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beetihaaramii dhooqa keessaa, Beetinimiraa, Suukooti, Tsafoon, mootii Hasebooniitii fi mootii Seewooniitii ta hafte ture; daangaan isaaniillee Yoordaanosii gara cinaa baya biiftu'uu Yoordaanosiin gama daangaa galaana Kineereetii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhooqa Yordaanosii keessa qachoota mootummaa Sihoonii mootii Heshibooniitiif hafane Bet-Haraam, Bet-Niimraa, Suukootii fi Zaafon. Meessaan qachoota kanaa gara aduun seentuun laga Yordaanosii yennaa te'u, gara kaabaatiin haga Abbaayaa Galiila'aa ti.