Joshua 13:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani yayu qooda lafa gosa Manase ta ilaboruti keenne, worra isaani gula, aka worri d'aalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen wodhakkaa gosa Minaase'eetii lafa kenne. Lafti ijoollee Minaase'ee akka gosa isaaniitiin kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen gosa Minaase'ee gamisaaf akka maatii maatii isaaniititti lafa isaanii kenne.