Joshua 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle lafa Avi gara bita. (Lafti haga galaana Shihori, ta seera lafa Misiriti aantu haga seera Ekroni gara bita, lafa Kanaani jed'ani, hayyooti worra Filisti dira Gaza, Ashdodi, Ashkeloni, Githifi Ekroni keesa teeti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laga shihoorii ka biyya Misirii afoo jiruu jalqabee haga daangaa biyya Kana'aanii taate Gaazaa, Azaaxoon, Asqaloonaa, Geetii haga Aqaroonii jajjaboonni shanan worri gara bita'aatiin jiranillee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
laga Shiihorii ka Gibxii gara aduun baatu jiruu ka'ee haga meessaa kaaba Eqroonii jiranu duudiin akka lafa Kana'aaniititti laakkowamane; tunille lafa mootota worra Filisxeemotaa shanan, Gaazaan, Ashidood, Ashiqalon, Gaat, Eqroonii fi Aawoti.