Joshua 13:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti worra haga Mahanaimu ejite, Bashanile ch'ufati ejite lafa hayyuuni Oguni ka Bashani fideefi ammalle ollowaani Yairi jaatama ta Bashani keesa jirtuleti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaanii Manaayii jalqabee haga mootii Baasaanii Aagii, Baasaan, gandoonni Iyyaa'irii ka Baasaaniin keessa jiran, qachoonni jahaatamaa maruu wodhakkaan gala'aadii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti isaanii Mahanaayimii haga lafa mootummaa Oogii mootii Baashaanii, Baashaan duudii, qachoota jaatama ka Yaa'iirii lafa Baashaanii keessa jiru mara,