Joshua 13:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle lafti d'ibiini ta hafte, lafa — Kanaanifi Meara (lafa worra Sidoni), haga Afeka, ta fulla seera lafa Amori;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Eewwotaa, worri biyya Kana'aanii maruu, Ma'aaraa worra Siidona'aatii haga daangaa Amoorotaa haga Afeqii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara kaabaatiin, lafa Kana'aanotaa duudi'ii fi qachaa Ara'aa ka worra Sidoonotaatii haga qachaa Afeqii ka meessaa Amoorotaa ti.