Joshua 13:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa worra Gebali; lafa Lebanoni ch'ufa gara ilaboru haga Baal-Gadi ta bita gaara Hermoni haga kaarra Hamathi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri biyya Gebaalotaa, Algaadii gara baya biiftu'uutiin gaara worra Armoonotaa jirtuu jalqabee haga seensa hamaatii, Libaanosiin maruu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma lafa Geblootaa, Libaanon gara aduun baatu duudii, Ba'aal-Gaadi gara kibba gaara Hermooniitiin haga karaa Haamaatii ti.