Joshua 13:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma duuba lafa tana, gosa Israeli sagallani taanifi gosa Manase ta haga garille gargari qoodifi, aka worrileeni lafa suni d'aalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee lafa tana gosa sagaliifuu, wodhakkaa gosa Minaase'eetii qoodi︀ » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa tanalle gosa sagalii fi gosa Minaase'ee gamisaaf dhaala akka te'u qoodi» jedhe.