Joshua 14:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini d'aala lafa ta qaallicha Eleazari jed'anifi Yoshua ilma Nunitifi jaaroleeni worra Israeliti mataa, lafa Kanaani keesati worra Israeliti qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii ta biyya Kana'aanii dhaalan gadichi Alaazarii fi ilmi Nawwe'ee Iyyaasuun worra ijoollee Israa'eliitii fi bulchoota abbootaatiif qoodan kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti Kana'aanii ta Yordaanos irraa gara seensa adu'uu ta hayyichi Ele'azaar, Iyaasuun ilmi Nuniitii fi sooreyyiin maatii gosoota Israa'elii, Israa'elootaaf qoodde ta asii gad jirtu.