Joshua 14:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana durati dira Hebroni sunini Arba jed'ani. (Arbaani kunini namicha gudda toko ka gosa Anaki.) Duuba eegi suni lafti sunini nagaya argatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan Keebroonii duraan Qiriyaat'arbaaq jedhamti turte; Arbaaqiin tun namoota Eenaaqii maraa jiddu'utti jajamtuu turte; achiin maayessa biyyi lola irraa hara baafatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan qachaa Kebroonii dur, «kiriiyat-Arbaa» jedhama; «Arbaa» ka jedhamu kun worra Aanaaqotaa keessaa nama guddaa ture. Achiin duuba latti nageya dhaggatte.