Joshua 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani qara d'aala gosa lamaani taanifi gosa Manase ta gari ta Yordani gama jirtu, kenne; ammo gosa Lawiti d'aala tokole inkennineefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa lamaaniif wodhakkaa gosaatiif Muuseen laga Yoordaanosii gamatti kenneefii ture; garuu worra Leewwotaa ka isaan jidduu jiraataniif lafa hin kennine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen lafa laga Yordaanosiitiin gara aduun baatuu gosa lamaa fi gamisa gosaatiif kenneeraayyu. Gosa Lewwi'iitiif ammoo lafa hin kennine.