Joshua 14:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli, akuma AABBO Waaqi Musani jed'e, lafa qoodate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Waandhi Muusee ajaje ijoolleen Israa'elii akkasumatti lafa qoodaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti akkuma Waaqi Muusee ajajetti lafa san qoodamane.