Joshua 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa hojattuuni AABBO Waaqa Musani Kadesh-Barnea keesa dooya lafa tanati na erge, ganni kiyya afurtama. Anini dubbi d'uga isatini deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa garbichi Rabbii Muuseen akka ani biyyattii gaaduuf Qaadesii Barne'eetitti na erge ani nama woggaa afurtamaa ture; ani hennaa san waan na keessa jiru deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Muuseen tajaajilaan Waaqaa, Qaadesh-Barne'aa gara Kana'aanii dhaqee akka dooyuuf na erge, ani nama woggaa afurtamaa ti; ani deebi'ee gabaassa addachiisaa isatti himeera.