Joshua 14:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gaafasi na woliini yae worra kenna sodaachise, ammo anini garaa tokooni AABBO Waaqa kiyyaa saalfad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan tiyya ta na woliin baate garuu guddisanii banii sodaachisan; ani garuu sirima Rabbii Waaqa kiyya duukaa bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti na woliin dooyiisa dhaqane kolbaa teenna sodaachisanee sheephisiisane; ani ammoo Goottaa Waaqa kiyyaaf addatamumma'aan ajajameera.