Joshua 15:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Yuda lafa waan isii arma jalati t'aafani tana hit'aani argatte, worra isaani gula: Lafti gama bita, muumme lafa gamooji ta Sini jed'ani, fulla seera lafa Edomuti ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa ijoollee Yihuuda'aatiif akkuma gosa isaaniitiin gammoojjii Tsiiniitii haga daangaa lafa gara bita'aatii fi haga daangaa Edoomiyaasii ufii fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Yihuda'aatiif akka maatii maatii isaaniititti latti haga lafa meessaa Edoomii, gara goomolee Ziiniitiin haga dhuma meessaa kibbaa jirtu kennanteef.