Joshua 15:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba Baala gama ila adu mare, lafa gaareeni ta Siriti qajeele, duuba gaara Yearimu (yokhaani Kisaloni) gama mirga bahe, Beth-Shemeshi gabue, Timna bira dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaa Ba'aalaa gara dhiyaatiin jirtuu haga karaa gaara Seeyiriitiin naannayee gaara Iyyaa'irii Kisaaloon jedhamtuu karaa gara gaara Yi'aarimii gara worra mirgaan jiranii lufee haga Beetisaamisii gad bu'ee Beetiminaa bira lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baalaa irraa gara aduun seentuun gara kooba Se'iirii marfata; gara kaabaatiin goodda gaara Ya'ariimii ka Kesaalon jedhamu irraa gara Bet-shemeshii dhaqee Tiimna'atti dabara.