Joshua 15:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni seeri gaara Ekroni mirga iraa bahe Shikroniti deebie, gaara Baala bira dabre, Yabneleti eje. Duuba seeri afaani baariini guddati muumme bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaanillee Aaqaaroonii gara worra mirgaan jiranii haga Shikroonii, haga gara ba'aala'aa haga ladda Yabini'eeliitii fi haga daangaa bayiinsa ladda galaanaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara kaabaatille'een gara goodda Eqroonii dhaqee gara Shiqeroonii deebi'ee, gara gaara Baalaa dabaree Yaabnel dhaqee, Abbaayaa Mediteraaniya'aatitti dhaabbata.